Waa’ee Muummee Ogummaa VCE (About the VCE Vocational Major) - Afaan Oromoo (Oromo)
Waa’ee VCE (Muummee Ogumma) Vocational Major fi garam isin geessuu akka danda’u caalaatti baradhaa.
On this page
- VCE keessan argachuuf karaan haaraan ni jira
- VCE VM eessa isin geessuu danda’a
- Filannoowwan mata duree VCE VM keessan
- Waan isin argattan
- Odeeffannoo dabalataa
- Karaa biroo
https://player.vimeo.com/video/943444416?autoplay=0
VCE keessan argachuuf karaan haaraan ni jira
VCE Vocational Major (VCE VM):- sagantaa barnootaa waggaa lamaa hojiirra oolu, kan qaama VCE ta’eedha.
Dandeettii hojii, jireenyaa fi muuxannoo harkaa industirii tokkoo fi isaa ol keessatti ni argattu. mana barumsaa qaccee qacaramuutiin xumurtu.
Barsiisonni kee guddina kee gochaalee adda addaatiin ni madaalu. Qormaanni keessan Qormaata Gahumsa Waliigalaa (GAT) qofa (Kutaa A qofa).
Naannoowwan qo’annoo VCE VM afran qorannoowwan VCE biroo irraa bifa madaallii adda ta’e fayyadamu. Madaalliin kun barsiisaa keessaniin daree keessatti kan xumuramu yoo ta’u, innis ulaagaalee barbaachisan galmaan ga’uuf isin deeggara.
Barattoonni VCE VM qabxii qo’annoo hin argatan, kanaaf gara ATARtti hin lakkaa’aman.
Yoo naannoo addunyaa dhugaa keessatti barachuu filattanii fi ATAR hin barbaanne, VCE VM filannoo guddaadha.
Fuula kana WhatsApp irratti qoodaa
VCE VM eessa isin geessuu danda’a
VCE VMn akka qophooftan isin gargaara:
- muuxannoo hojii ykn leenjii
- barnootaa fi leenjii dabalataa
- yunivarsiitii, sagantaalee seensaa filannoo ta’aniin
- kallattiin gara humna-hojiitti (work force) seenuu.
Filannoowwan mata duree VCE VM keessan
VCE VM xumuruuf yoo xiqqaate boqonnaa 16 milkaa’inaan xumuruu qabdu. Kunis kanneen armaan gadii of keessatti hammachuu qaba:
- 3 VCE VM Literacy ykn VCE English units (tartiiba boqonnaa 3 fi 4 dabalatee).
- 2 VCE VM Yuunitii Lakkoofsaa ykn VCE Herregaa
- 2 VCE VM Kutaalee Dandeettii Hojiin Walqabatan
- 2 VCE VM Kutaalee Dandeettii Guddina Dhuunfaa
- Tartiiba Kutaa 3ffaa fi 4ffaa filannoo keessanii kan biroo 3
- VET sadarkaa Ragaa II fi isaa ol (sa’aatii maqaa 180).
Akkasumas akka qaama VET’tti ofii keessanii bakka hojiitti barachuuf yeroo dabarsuu ni dandeessu. Kunis Beekamtii Barnoota Bakka Hojii Caaseffame jedhamuun beekama.
Qo’annoo VCE biroo sagantaa VCE VM keessan irratti dabaluu ni dandeessu.
Barnoota ijoo VCE VM
Gosoota barnootaa ijoo 4 Muummee Ogummaa VCE keessatti qoradhaa.
Filannoo gosa barnootaa VCE fi VCE VM Waggaa 11 fi 12
Filannoowwan mata duree keessanii karaalee lamaan keessatti argaman qoradhaa.
Gosoota barnootaa Waggaa 11 fi 12 filachuu
Waan isin argattan
Yeroo barnoota keesan yoo xumurtan:
- Ibsa Bu’aa VCAA irraa argame
- Ibsa Ga’umsa* dhiyeessaa leenjii VET kee irraa (yoo boqonnaa VET kamiyyuu xumurte)
- ulaagaa VET kee (yoo tokko xumurte)
- Ragaa Barnootaa Viiktooriyaa keessan, jechoota dabalataa ‘Ogummaa Muummee (Vocational Major) waliin.
Barattoonni ragaa hin xumurre, Profaayilii Ga’umsa Barattootaa kan bu’aa ba’ii isaanii hunda tarreessu ni argatu.
- Ibs Galma Ga’iinsaa maali?
Ibsi Ga’umsaa TAFE keessaniin ykn dhaabbata leenjii VET birootiin kennama. Ibsichi yuunitii koorsiiwwan Bu’uura Gahumsa Awustirialiyaa (AQF) keessatti beekam argataniif darban hunda ni tarreessa.

Karaa VCE VM Kamala (Kamala’s VCE VM pathway) - Afaan Oromoo (Oromo)
Fakkeenya barataa Muummee Ogummaa VCE baratee.
Odeeffannoo dabalataa
VCE VM isiniif ta’uu isaa baruuf gorsaa hojii mana barumsaa keessanii waliin haasa’aa.
Karaa biroo

Waa’ee Ragaa Barnootaa Viiktooriyaa (About the Victorian Certificate of Education) - Afaan Oromoo (Oromo)
Waa’ee Qorannoo Ragaa Barnootaa Viiktooriyaa (VCE), akkasumas garam isin geessuu akka danda’u caalaatti baradhaa.

Waa’ee Ragaa Barnoota Cehumsaa Viiktooriyaa (About the Victorian Pathways Certificate) - Afaan Oromoo (Oromo)
Waa’ee VPC fi garam akka isin geessuu caalaatti baradhaa.
Updated 27 March 2026
About the VIC Government
- The Premier and ministers
- Find a Vic Gov department, agency or service
- Strategies and policies
- Inquiries and royal commissions
Grants and programs
Jobs and careers
Arts, culture and heritage
Business and the workplace
- Mentally Healthy Workplaces Framework
- Portable Long Service Authority
- Victoria’s racing industry
- Workforce Inspectorate Victoria
- Liquor licensing, sale and supply
Communities
- Children
- First Peoples - State Relations
- Finding records
- Gender equality & women’s leadership
- LGBTIQA+ equality
- Multicultural communities
- Seniors Online
- Veterans support and commemoration
- Volunteering in Victoria
- Youth Central
Education and training
- Victorian Early Childhood Regulatory Authority
- Early childhood education – information for professionals
- Kinder: Best Start, Best Life
- Education – information for parents
- Schools.Vic - information for schools
- Education grants, programs, awards and events
- PROTECT
- TAFE, training and universities sector
- TAFE Victoria
- Victorian Skills Authority
- Apprenticeships Victoria
- Learn Local
Environment, water and energy
Finance and economy
Health and social support
- Family violence reform
- NDIS Worker Screening Check
- NDIS and disability services and support in Victoria
- Patient Review Panel
- Transforming Trauma Victoria
Housing and property
Law and justice
- Adoption
- Births, deaths and marriages
- Honorary justices
- Machete ban
- Safeguarding Victorians against terrorism
- Stolen Generations Reparations Package
- Victims of Crime
- Victorian Racing Tribunal
Safety and emergencies
- Emergency Recovery Victoria
- Victorian Emergency Relief and Recovery Foundation
- Emergency Recovery Resource Portal
- How well do you know fire
- Fire Services Reform
- Water safety
- Marine Search and Rescue
Science and technology
- Data sharing and open data
- Data.vic - discover and access Vic Gov open data
- Developer.Vic - portal for API developers
- Go.vic URL shortener
- Vic Gov IT project dashboard
- Victoria’s free public wi-fi network
- Cyber security in the Victorian Government
Sport and recreation
Traffic and transport
- Cameras Save Lives
- Transport Fines
- Getting Around
- Transport Planning
- Transport Future
- Climate Change and transport
- Future Directions For Transport
- Transport projects
- Ports and Freight
Working in the Victorian Government
- Single Digital Presence home
- Accommodation and Library Services
- Executive employment in the Victorian public sector
- Budget, procurement and funding
- Careers in the Victorian Government
- Council and Regulator Toolkit
- Guidelines for working in government
- Join a government network
- Standards and guidelines
- VicFleet CarPool
- Victorian Government style guide