Waa’ee Ragaa Barnootaa Viiktooriyaa (About the Victorian Certificate of Education) - Afaan Oromoo (Oromo)
Waa’ee VCE qo’achuu fi garan isin geessuu akka danda’u caalaatti baradhaa.
On this page
- Eessa isin geessuu danda’a
- Filannoowwan mata duree VCE keessan
- Waan isin argattan
- Odeeffannoo dabalataa
- Karaa biroo
Ragaan Barnootaa Viiktooriyaa (VCE) filannoo qo’annoo bal’aa ni kenna.
Qorannoowwan adda addaa fedhii keessanii fi galma keessan akka hordoftu sirbaan filachuu.
Gosoonni barnootaa kutaa 1 fi 2 yeroo baay’ee Waggaa 11, gosoonni kutaa 3 fi 4 ammoo yeroo baay’ee Waggaa 12tti kan baratamanidha.
VCE xumuruun qabxii ATAR isiniif kennuu danda’a, kallattiin karaa gara yunivarsiitii geessu dhiyeessa.
VCEn barnoota booda kallattii adda addaa hedduutti isin geessuu kan danda’u yoo ta’u, naannoo daree keessatti barachuu yoo filattanii fi barnoota booda battalumatti gara yunivarsiitii deemuu akka barbaaddan yoo beektan filannoo guddaadha.
Eessa isin geessuu danda’a
VCE kanneen armaan gadiif isin qopheessa:
- yunivarsiitii
- muuxannoo hojii ykn leenjii
- barnootaa fi leenjii dabalataa
- kallattiin gara humna-hojiitti (work force) seenuu.
Filannoowwan mata duree VCE keessan
VCE argachuuf yoo xiqqaate boqonnaa 16 milkaa’inaan xumuruu qabda. Isaan kan of keessatti hammachuu qaban:
- tartiiba 3 (sadeen) gosoota barnootaa boqonnaa 3 fi 4
- garee gosa barnootaa Ingiliffaa irraa boqonnaawwan 3 (boqonnaa 3 fi 4 dabalatee).
Barattoonni baay’een isaanii VCE isaanii waggaa 2 keessatti kan hojjetan yoo ta’u, boqonnaawwan 20 hanga 24 gidduutti xumuru.
Tokkoon tokkoon mana barumsaa gosoota barnootaa VCE fi filannoo qo’annoo VET kam akka dhiyeessan kan murteessan yoo ta’u, manneen barnootaa hundi barnoota hunda hin dhiyeessan. Barumsi maalii akka kennamu mana barumsaa keessan gaafadhaa.

Gosoota barnootaa Waggaa 11 fi 12 filachuu (Choosing Year 11 and 12 subjects) - Afaan Oromoo (Oromo)
Waa’ee filannoowwan gosoota barnootaa waggaa 11 fi 12 Viiktooriyaa keessatti filachuuf qabdan caalaatti baradhaa.

Barnoonni ogummaa fi leenjiin Waggaa 11 fi 12 keessatti akkamitti walsimu (How VET fits into Year 11 and 12) - Afaan Oromoo (Oromo)
Victoria keessatti VET qorannoowwan waggaa 11 fi 12 biroo waliin akkamitti akka walsimu caalaatti baradhaa.
Waan isin argattan
Yeroo barnoota keesan yoo xumurtan:
-
qabxii seensaa Sadarkaa Ol’aanaa Awustiraaliyaa (ATAR)* (yoo ulaagaalee guuttan)
-
Ibsa Bu’aa VCAA irraa argame
-
Ibsa Ga’umsa* TAFE keessan irraa (yoo yuunitii VET kamiyyuu xumurtan)
-
ulaagaa VET kee (yoo tokko xumurte)
-
ragaa Barnootaa Victoria keessan.
Barattoonni ragaa hin xumurre, Profaayilii Ga’umsa Barattootaa kan bu’aa ba’ii isaanii hunda tarreessu ni argatu.
Open all
- Qabxiin ATAR maali?
ATAR kan shallagamu Giddugala Ol’aanaatiin yoo ta’u, Galmeen Viiktooriyaa ammoo bu’aa waliigalaa barattoota qo’annoo VCE adda addaa xumuran walbira qabuuf dhaabbilee sadarkaa olaanaa qofa fayyadamuuf shallagama.
- Ibs Galma Ga’iinsaa maali?
Barattoota VET fudhataniif Ibsi Ga’umsaa TAFE isaanii ykn dhaabbata leenjii birootiin ni kennama. Ibsichi yuunitii koorsiiwwan Bu’uura Gahumsa Awustirialiyaa (AQF) keessatti beekam argataniif darban hunda ni tarreessa.

Karaa VCE Deshi (Deshi’s VCE pathway) - Afaan Oromoo (Oromo)
Fakkeenya barataa Muummee Ogummaa VCE baratee.
Odeeffannoo dabalataa
Akkaataa sagantaa VCE keessan haala isinii mijatuun ijaartan gorsaa mana barumsa keessanii wajjin haasa’aa.
Karaa biroo

Waa’ee Muummee Ogummaa VCE (About the VCE Vocational Major) - Afaan Oromoo (Oromo)
VCEn amma Ogummaa Muummee, sagantaa haaraa waggaa lamaa kan VCE keessa taa’u of keessatti hamata.

Waa’ee Ragaa Barnoota Cehumsaa Viiktooriyaa (About the Victorian Pathways Certificate) - Afaan Oromoo (Oromo)
Waa’ee VPC fi garam akka isin geessuu caalaatti baradhaa.
Updated 27 March 2026
About the VIC Government
- The Premier and ministers
- Find a Vic Gov department, agency or service
- Strategies and policies
- Inquiries and royal commissions
Grants and programs
Jobs and careers
Arts, culture and heritage
Business and the workplace
- Mentally Healthy Workplaces Framework
- Portable Long Service Authority
- Victoria’s racing industry
- Workforce Inspectorate Victoria
- Liquor licensing, sale and supply
Communities
- Children
- First Peoples - State Relations
- Finding records
- Gender equality & women’s leadership
- LGBTIQA+ equality
- Multicultural communities
- Seniors Online
- Veterans support and commemoration
- Volunteering in Victoria
- Youth Central
Education and training
- Victorian Early Childhood Regulatory Authority
- Early childhood education – information for professionals
- Kinder: Best Start, Best Life
- Education – information for parents
- Schools.Vic - information for schools
- Education grants, programs, awards and events
- PROTECT
- TAFE, training and universities sector
- TAFE Victoria
- Victorian Skills Authority
- Apprenticeships Victoria
- Learn Local
Environment, water and energy
Finance and economy
Health and social support
- Family violence reform
- NDIS Worker Screening Check
- NDIS and disability services and support in Victoria
- Patient Review Panel
- Transforming Trauma Victoria
Housing and property
Law and justice
- Adoption
- Births, deaths and marriages
- Honorary justices
- Machete ban
- Safeguarding Victorians against terrorism
- Stolen Generations Reparations Package
- Victims of Crime
- Victorian Racing Tribunal
Safety and emergencies
- Emergency Recovery Victoria
- Victorian Emergency Relief and Recovery Foundation
- Emergency Recovery Resource Portal
- How well do you know fire
- Fire Services Reform
- Water safety
- Marine Search and Rescue
Science and technology
- Data sharing and open data
- Data.vic - discover and access Vic Gov open data
- Developer.Vic - portal for API developers
- Go.vic URL shortener
- Vic Gov IT project dashboard
- Victoria’s free public wi-fi network
- Cyber security in the Victorian Government
Sport and recreation
Traffic and transport
- Cameras Save Lives
- Transport Fines
- Getting Around
- Transport Planning
- Transport Future
- Climate Change and transport
- Future Directions For Transport
- Transport projects
- Ports and Freight
Working in the Victorian Government
- Single Digital Presence home
- Accommodation and Library Services
- Executive employment in the Victorian public sector
- Budget, procurement and funding
- Careers in the Victorian Government
- Council and Regulator Toolkit
- Guidelines for working in government
- Join a government network
- Standards and guidelines
- VicFleet CarPool
- Victorian Government style guide