Waa’ee Ragaa Barnoota Cehumsaa Viiktooriyaa (About the Victorian Pathways Certificate) - Afaan Oromoo (Oromo)
Waa’ee VPC fi garam akka isin geessuu caalaatti baradhaa.
On this page
- Bakka VPCn si geessuu danda’u
- Filannoowwan mata duree VPC keessan
- Waan isin argattan
- Odeeffannoo dabalataa
- Karaa biroo
https://player.vimeo.com/video/943449331?autoplay=0
Ragaan Daandiiwwan Viciktooriyaa (VPC) filannoo hunda hammate, kan jijjiirama barnoota keessanii xumuruuf gargaarudha.
Barattoota sababa adda addaatiin VCE ykn VCE VM xumuruu hin dandeenye ykn qophii hin taaneef kan qophaa’edha.
VPCn akka idileetti Waggaa 11 fi 12tti kan xumuramu yoo ta’u, garuu dursee jalqabuu ykn yeroo waggaa lamaa oliitt xumuramuu danda’a. Mana barumsaa keessan wajjin VPC jalqabuu fi xumuruuf yeroo gaarii isiniif ta’u hojjechuu dandeessu.
Hojiin koorsii VCE fi VCE VM caalaa sadarkaa dhaqqabamaa ta’een kennama. Barsiisonni adeemsa keessan sochii daree keessatti madaalu.
VPCn barattoota hundaaf filannoo miti. Akkasumas fedhii barattoota murtaa’ee tokkoo guutuuf mana barumsaa keessaniin kan gorfamu yoo ta’u, barattoota, warraa fi mana barumsichaa waliin ta’uun kan murtaa’u ta’a.
Fuula kana WhatsApp irratti qoodaa
Bakka VPCn si geessuu danda’u
VPCn akka qophooftan gargaara:
- VCE fi VCE VM
- VETn sadarkaa jalqabaa, TAFE irratti ta’uu kan danda’u
- kallattiin gara humna hojiitti seenuu
- muxannoo hojii ykn leenjii.
Filannoowwan mata duree VPC keessan
Yoo xiqqaate yuunitii 12 fi isaa ol xumuruu isin barbaachisa:
- 2 Kutaalee Dubbisuu fi Barreessuu VPC (ykn yuunitii garee VCE Ingiliffaa VCE VM dubbisuuf barreessuu dabalatee)
- 2 Yuunitii Lakkoofsa VPC (ykn yuunitii garee Herrega VCE irraa VCE VM Lakkoofsa dabalatee)
- 2 Kutaalee Dandeettii Hojiin Walqabatan VPC
- 2 Kutaawwan Dandeettii Guddina Dhuunfaa VPC.
Yuunitiiwwan afran hafan yuunitii VPC biroo irraa ykn barnoota VET Certificate I fi isaa olirraa dhufuu danda’u.
Bakka hojiittis yeroo dabarsuu ni dandeessu. VPC yuunitii VCE ykn VCE VM, ykn VET sadarkaa Ragaa I ykn isaa olirratti walitti makuu dandeessu.

Barnoonni ogummaa fi leenjiin Waggaa 11 fi 12 keessatti akkamitti walsimu (How VET fits into Year 11 and 12) - Afaan Oromoo (Oromo)
Victoria keessatti VET qorannoowwan waggaa 11 fi 12 biroo waliin akkamitti akka walsimu caalaatti baradhaa.
Waan isin argattan
Yeroo barnoota VPC xumurtan:
- Ibsa Bu’aa VCAA irraa argame
- Ibsa Galma Ga’iinsa TAFE keessan irraa
- gahumsa VET keessan
- Ragaa Barnoota Cehumsaa Victoria (Victorian Pathways Certificate).
Barattoota ulaagaa guutuu hin xumurreef, Profaayiliin Ga’umsa Barattootaa ni jiraata.
- Ibs Galma Ga’iinsaa maali?
Ibsi Ga’umsaa TAFE keessaniin ykn dhaabbata leenjii VET birootiin kennama. Ibsichi yuunitii koorsiiwwan Bu’uura Gahumsa Awustirialiyaa (AQF) keessatti beekam argataniif darban hunda ni tarreessa.

Karaa VPC Biraandoon (Brandon’s VPC pathway) - Afaan Oromoo (Oromo)
Fakkeenya barataa Muummee Ogummaa VCE baratee.
Odeeffannoo dabalataa
VPCn isiniif ta’uu isaa baruuf gorsaa hojii mana barumsaa keessan waliin haasa’aa.
Karaa biroo

Waa’ee Ragaa Barnootaa Viiktooriyaa (About the Victorian Certificate of Education) - Afaan Oromoo (Oromo)
Waa’ee Qorannoo Ragaa Barnootaa Viiktooriyaa (VCE), akkasumas garam isin geessuu akka danda’u caalaatti baradhaa.

Waa’ee Muummee Ogummaa VCE (About the VCE Vocational Major) - Afaan Oromoo (Oromo)
VCEn amma Ogummaa Muummee, sagantaa haaraa waggaa lamaa kan VCE keessa taa’u of keessatti hamata.
Updated 27 March 2026
About the VIC Government
- The Premier and ministers
- Find a Vic Gov department, agency or service
- Strategies and policies
- Inquiries and royal commissions
Grants and programs
Jobs and careers
Arts, culture and heritage
Business and the workplace
- Mentally Healthy Workplaces Framework
- Portable Long Service Authority
- Victoria’s racing industry
- Workforce Inspectorate Victoria
- Liquor licensing, sale and supply
Communities
- Children
- First Peoples - State Relations
- Finding records
- Gender equality & women’s leadership
- LGBTIQA+ equality
- Multicultural communities
- Seniors Online
- Veterans support and commemoration
- Volunteering in Victoria
- Youth Central
Education and training
- Victorian Early Childhood Regulatory Authority
- Early childhood education – information for professionals
- Kinder: Best Start, Best Life
- Education – information for parents
- Schools.Vic - information for schools
- Education grants, programs, awards and events
- PROTECT
- TAFE, training and universities sector
- TAFE Victoria
- Victorian Skills Authority
- Apprenticeships Victoria
- Learn Local
Environment, water and energy
Finance and economy
Health and social support
- Family violence reform
- NDIS Worker Screening Check
- NDIS and disability services and support in Victoria
- Patient Review Panel
- Transforming Trauma Victoria
Housing and property
Law and justice
- Adoption
- Births, deaths and marriages
- Honorary justices
- Machete ban
- Safeguarding Victorians against terrorism
- Stolen Generations Reparations Package
- Victims of Crime
- Victorian Racing Tribunal
Safety and emergencies
- Emergency Recovery Victoria
- Victorian Emergency Relief and Recovery Foundation
- Emergency Recovery Resource Portal
- How well do you know fire
- Fire Services Reform
- Water safety
- Marine Search and Rescue
Science and technology
- Data sharing and open data
- Data.vic - discover and access Vic Gov open data
- Developer.Vic - portal for API developers
- Go.vic URL shortener
- Vic Gov IT project dashboard
- Victoria’s free public wi-fi network
- Cyber security in the Victorian Government
Sport and recreation
Traffic and transport
- Cameras Save Lives
- Transport Fines
- Getting Around
- Transport Planning
- Transport Future
- Climate Change and transport
- Future Directions For Transport
- Transport projects
- Ports and Freight
Working in the Victorian Government
- Single Digital Presence home
- Accommodation and Library Services
- Executive employment in the Victorian public sector
- Budget, procurement and funding
- Careers in the Victorian Government
- Council and Regulator Toolkit
- Guidelines for working in government
- Join a government network
- Standards and guidelines
- VicFleet CarPool
- Victorian Government style guide