Mini vic.gov.au

This is a low bandwidth version of vic.gov.au. Contents may not be up to date. © Copyright State Government of Victoria

Karaa VCE VM Kamala (Kamala’s VCE VM pathway) - Afaan Oromoo (Oromo)

Fakkeenya barataa Muummee Ogummaa VCE baratee.

A teenage girl in a lab coat and protective glasses smiles to someone off camera. She is holding a DNA model in her hands.

Kamala – Ogeessa Laabii

Kamalaan qorachuu, rakkoo furuu fi hojii irratti barachuu jaallatti.

Erga eebbifamtee booda leenjii ogummaa (technician) mana yaalii (lab) ta’uun jalqabuu barbaaddi, sababiin isaas hojii injinariingii, fayyaa fi qorannootti waan nama geessuuf.

Maaliif VCE VM filatte

Kamalaan waggaa 10ffaatti mana yaalaa kilinikaa naannoo sanaa keessatti muuxannoo hojii argatteetti.

Kunis indaastirii qorannoo fayyaa keessatti leenjiin hojii ishee jalqabuuf karaa gaarii akka ta’u ofitti amanamummaa akka qabaattu ishee taasiseera.

Maatii ishee, barsiisotaafi gorsaa mana barumsichaa waliin, waa’ee filannoowwan ishee fi ulaagaalee duraa guutuu ishee mirkaneessuuf haasofteetti.

Maal qo’atte

Kamalaan gosoota barnootaa barumsa hojiirra oolu, qo’annoo ti’oorii fi muuxannoo hojii wal makaa isheef kennan filatte.

Waggaa 11ffaatti:

Waggaa 12ffaatti:

High school student helping to an elderly person walk with their walker

Waa’ee Muummee Ogummaa VCE (About the VCE Vocational Major) - Afaan Oromoo (Oromo)

VCEn amma Ogummaa Muummee, sagantaa haaraa waggaa lamaa kan VCE keessa taa’u of keessatti hamata.

Education & training

Karaa VCE Deshi (Deshi’s VCE pathway) - Afaan Oromoo (Oromo)

Fakkeenya barataa Muummee Ogummaa VCE baratee.

Education & training

Karaa VPC Biraandoon (Brandon’s VPC pathway) - Afaan Oromoo (Oromo)

Fakkeenya barataa Muummee Ogummaa VCE baratee.

Education & training

Updated 27 March 2026



About the VIC Government

Grants and programs

Jobs and careers

Arts, culture and heritage

Business and the workplace

Communities

Education and training

Environment, water and energy

Finance and economy

Health and social support

Housing and property

Law and justice

Safety and emergencies

Science and technology

Sport and recreation

Traffic and transport

Working in the Victorian Government