Oolmaa Daa’immanii (Kindergarten) - Afaan Oromoo (Oromo)
Mul’ata guddaa akka qabaniif, ijoolleen keenya jireenya isaanii keessatti jalqabbii gaarii isaan barbaachisa. Manni barumsaa daa’immanii imala barnootaa daa’imaa keessanii keessatti kutaa barbaachisaa dha. Umurii waggaa 3tti sagantaa mana barumsaa daa’immanii qulqullina qabu jalqabuun guddina daa’immaniif faayidaa qaba. Manni barumsaa daa’immanii bilisaa sagantaa mana barumsaa daa’immanii waggaa Sadii fi Afuri guutuu Victoria keessatti ni argama.
Waa’ee sagantaalee mana barumsaa daa’immanii Victoria’s caalaatti armaan gadiitti baradhu.
Education & training
Kinder akkamiin akka dalagu (How kinder works) - Afaan Oromoo (Oromo)
Waa’ee fayidaa kinder, bakka kinder maaltu akka tahuu fi tajaajila akkamii Victoria keessatti bakka oolmaa daa’immaniitti akka kennamu bari.
Education & training
Akkamii fi yoom galmeessamuu akka qabdu (How and when to enrol) - Afaan Oromoo (Oromo)
Odeeffannoo akka itti kinder galmeessituu fi akka itti sagantaa Mootummaan Victoria mirkaneesse barbaaddu.
Education & training
Kinder tolaa (About Free Kinder) - Afaan Oromoo (Oromo)
Odeeffannoo waa’ee Kinder Tola maal akka tahe, seerrii eenyuuf akka hayyamuu fi akkamiin maallaqa akka argamu.
Education & training
Jalqabbii Oolmaa Daa’immani Barii (Early Start Kindergarten) - Afaan Oromoo (Oromo)
Yoo seenduubeen keessan baqattootaa yookaan koolu galtootaa irraa tahe, sagantaan Oolmaa Daa’immanii jalqabbii Ariifataa (ESK) jedhamu ni jira.
Education & training
Carraa Hojii Bakka Eegala Barmoota Ijoollummaa (Career Opportunities in Early Childhood Education) - Afaan Oromoo (Oromo)
Barsiisonni barii ijoollummaa fi barsiisonni aadaa fi afaaniin adda addaa irraa dhufan jireenya daa’immanii fi maatiiwwanii irratti jijjiirama fidu.
Education & training
Qabiyyee Kinder (Kinder Kits) - Afaan Oromoo (Oromo)
Bara 2025 irraa eegalee daa’imni sagantaa mana barumsaa daa’immanii Waggaa Sadii maallaqaan gargaaramu keessatti galmaa’e hundi meeshaa guutuu mana barumsaa da’immanii argachuuf ulaagaa guutera.
Updated 26 March 2026
About the VIC Government
- The Premier and ministers
- Find a Vic Gov department, agency or service
- Strategies and policies
- Inquiries and royal commissions
Grants and programs
Jobs and careers
Arts, culture and heritage
Business and the workplace
- Mentally Healthy Workplaces Framework
- Portable Long Service Authority
- Victoria’s racing industry
- Workforce Inspectorate Victoria
- Liquor licensing, sale and supply
Communities
- Children
- First Peoples - State Relations
- Finding records
- Gender equality & women’s leadership
- LGBTIQA+ equality
- Multicultural communities
- Seniors Online
- Veterans support and commemoration
- Volunteering in Victoria
- Youth Central
Education and training
- Victorian Early Childhood Regulatory Authority
- Early childhood education – information for professionals
- Kinder: Best Start, Best Life
- Education – information for parents
- Schools.Vic - information for schools
- Education grants, programs, awards and events
- PROTECT
- TAFE, training and universities sector
- TAFE Victoria
- Victorian Skills Authority
- Apprenticeships Victoria
- Learn Local
Environment, water and energy
Finance and economy
Health and social support
- Family violence reform
- NDIS Worker Screening Check
- NDIS and disability services and support in Victoria
- Patient Review Panel
- Transforming Trauma Victoria
Housing and property
Law and justice
- Adoption
- Births, deaths and marriages
- Honorary justices
- Machete ban
- Safeguarding Victorians against terrorism
- Stolen Generations Reparations Package
- Victims of Crime
- Victorian Racing Tribunal
Safety and emergencies
- Emergency Recovery Victoria
- Victorian Emergency Relief and Recovery Foundation
- Emergency Recovery Resource Portal
- How well do you know fire
- Fire Services Reform
- Water safety
- Marine Search and Rescue
Science and technology
- Data sharing and open data
- Data.vic - discover and access Vic Gov open data
- Developer.Vic - portal for API developers
- Go.vic URL shortener
- Vic Gov IT project dashboard
- Victoria’s free public wi-fi network
- Cyber security in the Victorian Government
Sport and recreation
Traffic and transport
- Cameras Save Lives
- Transport Fines
- Getting Around
- Transport Planning
- Transport Future
- Climate Change and transport
- Future Directions For Transport
- Transport projects
- Ports and Freight
Working in the Victorian Government
- Single Digital Presence home
- Accommodation and Library Services
- Executive employment in the Victorian public sector
- Budget, procurement and funding
- Careers in the Victorian Government
- Council and Regulator Toolkit
- Guidelines for working in government
- Join a government network
- Standards and guidelines
- VicFleet CarPool
- Victorian Government style guide