Akkamii fi yoom galmeessamuu akka qabdu (How and when to enrol) - Afaan Oromoo (Oromo)
On this page
- Akkaataa itti galmaa’an
- Eegala Bakka Ooolmaa Ijoollee (Early Start Kindergarten (ESK)
- Yoom akka galmeessitu
- Sagantaa kinder barbaaduu
- Kinder Tick barbaadi
Akkaataa itti galmaa’an
Waaée akka itti galmeessamuu gumii (council) naannoo kee jiru ykn tajaajila oolmaa daaímmaniitti dubbadhu. Toora Iyyaafata Oolmaa Daa; immanii Waggaa-Sadii 1800 338 663 irratti bilbiluu dandeessa ykn email toora kanatti ergi 3YO.kindergarten@education.vic.gov.au.
Afaan keessaniin deeggarsa argachuuf ykn nama afaan hiiku argachuuf dursa tajaajila hiikkaa fi turjumaana Biyyaalessaa 131 450 irratti bilbilaa.
Akkasumas odeeffannoo akkaataa itti fayyadamaa tajaajila hiikkaa bilbilaa maatii fi kunuunsitoota bilisaa keessaa mana barumsaa da’immanni keessan gaafachuu dandeessa.
Eegala Bakka Ooolmaa Ijoollee (Early Start Kindergarten (ESK)
Ijoollotni duubbeen isaanii dahataa (refugee) ykn koolu-gaafataa tahan gargaarsa dabalaa fi Eegala Oolmaa Daaímmanii (Early Start Kindergarten) dursa argatuu dandaú. Odeeffannoo dabalaa waaée Eegala Oolmaa Daaímmanii (Early Start Kindergarten) yeroo mucaa kee itti galmeessitu tajaajila naannoo kee jiru gaafatuu dandeessa ykn as ilaali Early Start Kindergarten.
Yoom akka galmeessitu
Victoria keessatti yeroo ijoolleen waggaa 3 guutan sagantaa kinder jalqabsiisuu dandeessa. Ijoolleen kee barmoota Bakka Oolmaa Ijoollee kan Waggaa-Sadii fi Waggaa-Afurii ykn Osoo gara mana barmootaatti hin dabrin (Pre-Prep) yoom akka seenuu qaban beekuuf Herrega Eegala Umrii (Starting Age Calculator) jedhu galchii ilaali.
Yoo mucaan kee Amajjii (January) 1 fi Eebla (April) 30 gidduu dhalate tahe yoo Bakka Oolmaa Ijoollee kan Waggaa-Sadii yoom akka eegalu filachuu dandeessa. Mucaan kee yeroo waggaa 3 tahu ykn waggaa 4 fa yeroo eegalu Bakka Oolmaa Ijoollee Waggaa-Sadii jalqabuu danda’a. Yoo mucaan kee Bakka Oolmaa Ijoollee kan Waggaa Sadii osoo umriin wagaa 3 keessa jiruu akka jalqabu filatte yeroo umriin isaa waggaa 5fa eegalu mana barmootaa seenuu danda’a. Yoo mucaan kee Bakka Oolmaa Ijoollee kan Waggaa Sadii osoo umriin wagaa 4 keessa jiruu akka jalqabu filatte yeroo umriin isaa waggaa 6 fa eegalu mana barmootaa seenuu danda’a.
Sagantaa kinder barbaaduu
Sagantaa bakka kinder kennamu ilaaluuf mar-sariitii sagantaa kinder jedhu ilaali. Gumiin (council) naannoo keetii fi tajaajilli oolmaa daaímmanii bakka oolmaa daaímmanii barbaaduu si gargaaruu dandaáu.
Kinder Tick barbaadi
Kinder Tick maatii Victoria sagantaa daa’immanii mirkanaa’e ijoollee isaaniif akka argatan gargaara.
Asxaa Kinder Tick tajaajila oolmaa daa’immanii naannoo keessan jiru, gamoo yookaan mooraa tajaajilaa yookaan giddugalichaa yookaan lafarra, marsariitii isaanii irra yookaan meeshaalee odeeffannoo isaanii keessa barbaadaa.

Updated 26 March 2026
About the VIC Government
- The Premier and ministers
- Find a Vic Gov department, agency or service
- Strategies and policies
- Inquiries and royal commissions
Grants and programs
Jobs and careers
Arts, culture and heritage
Business and the workplace
- Mentally Healthy Workplaces Framework
- Portable Long Service Authority
- Victoria’s racing industry
- Workforce Inspectorate Victoria
- Liquor licensing, sale and supply
Communities
- Children
- First Peoples - State Relations
- Finding records
- Gender equality & women’s leadership
- LGBTIQA+ equality
- Multicultural communities
- Seniors Online
- Veterans support and commemoration
- Volunteering in Victoria
- Youth Central
Education and training
- Victorian Early Childhood Regulatory Authority
- Early childhood education – information for professionals
- Kinder: Best Start, Best Life
- Education – information for parents
- Schools.Vic - information for schools
- Education grants, programs, awards and events
- PROTECT
- TAFE, training and universities sector
- TAFE Victoria
- Victorian Skills Authority
- Apprenticeships Victoria
- Learn Local
Environment, water and energy
Finance and economy
Health and social support
- Family violence reform
- NDIS Worker Screening Check
- NDIS and disability services and support in Victoria
- Patient Review Panel
- Transforming Trauma Victoria
Housing and property
Law and justice
- Adoption
- Births, deaths and marriages
- Honorary justices
- Machete ban
- Safeguarding Victorians against terrorism
- Stolen Generations Reparations Package
- Victims of Crime
- Victorian Racing Tribunal
Safety and emergencies
- Emergency Recovery Victoria
- Victorian Emergency Relief and Recovery Foundation
- Emergency Recovery Resource Portal
- How well do you know fire
- Fire Services Reform
- Water safety
- Marine Search and Rescue
Science and technology
- Data sharing and open data
- Data.vic - discover and access Vic Gov open data
- Developer.Vic - portal for API developers
- Go.vic URL shortener
- Vic Gov IT project dashboard
- Victoria’s free public wi-fi network
- Cyber security in the Victorian Government
Sport and recreation
Traffic and transport
- Cameras Save Lives
- Transport Fines
- Getting Around
- Transport Planning
- Transport Future
- Climate Change and transport
- Future Directions For Transport
- Transport projects
- Ports and Freight
Working in the Victorian Government
- Single Digital Presence home
- Accommodation and Library Services
- Executive employment in the Victorian public sector
- Budget, procurement and funding
- Careers in the Victorian Government
- Council and Regulator Toolkit
- Guidelines for working in government
- Join a government network
- Standards and guidelines
- VicFleet CarPool
- Victorian Government style guide