Kinder tolaa (About Free Kinder) - Afaan Oromoo (Oromo)
On this page
- Maatiidhaaf qusannaa dha
- Kinder tolaa seerri hayyamu
- Maallaqa Kinder Tolaa akkamiin akka argamu
- Maallaqni hir’‘isamu kan ati kiisha kee keessaa baasuun si irra ture akkamiin akka bakka buusamu
Free Kinder sagantaa kinder ykn pre-prep waggaa sadii fi afuriin tajaajila hirmaatan guutuu Victoria keessatti agama. Kun kunuunsa guyyaa guutuu (long day care) fi kan dabaree dabree (akkasumas kan yeroo takka takkaa jedhamu) tajaajila kinder dabalata.
Maatiidhaaf qusannaa dha
Maatiin ijoollee qaban mana barumsaa daa’immanii sessional hirmaatan keesatti galmaa’an sagantaa bilisaa argatu.
Maatiin ijoollee qaban kunuunsa guyyaa dheeraa hirmaataa ta’e keessatti galmaa’an bakka bu’iinsa kaffaltii waggaa argatu.
Kinder tolaa seerri hayyamu
Kinder tola hundaaf keenama.
Maatiin argatuuf Kaardii Kunuunsa Fayyaa (Health Care Card) ykn Kaardii Sooramaa (Pension Card) lammummaa Australia (Australian citizenship) ykn teessoo eenyummaa ibsu qabaatuu hin barbaachisu. Kinder Tolaa argatuuf Gargaarsa Kunuusa Ijoollee Mootummaa Australia (Australian Government Child Care Subsidy CCS) qabaatuu si hin barbaachisu.
Yeroo takkatti tajaajila kinder bakka takkaa qofa Kinder Tolaa argatuu dandeessa. Tajaajilli kinder xalayaa irratti akka mallatteessituu si gaafatuu, eessaa Kinder Tolaa akka argattu maqaa sitti himuu dandaán. Yoo mucaan kee tajaajila kinder bakka takka caalaa deema tahe Kinder Tolaa bakka kam akka barbaaddu warreen tajaajila kennaa jiranitti himuu qabda.
Maallaqa Kinder Tolaa akkamiin akka argamu
Tajaajilli Kinder maallaqa Mootummaa Victoria irraa kallattiin argatuun Kinder Tolaa kenna. Kana jechuun maatiin maallaqni akka deebisamuuf gaafatuu hin qaban, bakka isaa gatiin irraa hir’iseefii jira. Sagantaa kinder kan dabaree dabree tola.
Maatiiwwan sagantaa kunuunsa guyyaa oolmaa daa’immanii fayyadaman qusannoolee Oolmaa daa’immani bilisaa irraa argamu marsaa kaffaltii hundi ‘Victorian Government Free Kinder offset’ invoice irratti ifatti barreeffamee arguu ni danda’u.
Maallaqni hir’‘isamu kan ati kiisha kee keessaa baasuun si irra ture akkamiin akka bakka buusamu
Maallaqni Kinder Tola hirísamu maallaqa ati baastu kan waggaa guutuu (fakkeenyaa torban ykn torban lama) irra hirama. Nagahee kee irratti ‘Kinder Tolaa Mootummaa Victoria Gatii hirísame’ (‘Victorian Government Free Kinder offset’) kan jedhee ibsamu arguu dandaúu qabda.
Maallaqni akkamiin akka si irraa hirísuu fi kunis akkamiin na-gahee (invoice) kee irratti akka mulátu odeeffannoo argatuuf tajaajila kinder kee kallattiin itti dubbatuu dandeessa. Yoo mucaan kee torbanitti saáa 15 caalaa hordofti tahe gati-hirísi kun hunda isaa si irraa baasuu hin dandaú.
Yoo Gargaarsa Kunuunsa Daaímmanii Commonwealth (Commonwealth Childcare Subsid) argatuuf seerri siif hayyama tahe jalqaba irratti sitti himama. Kana jechuun erga hangi maallaqaa kan CCS fi kan Kinder Tolaa hirísameen booda kan hafe qofa maallaqa si baasisa jechuu dha.
Fakkeenyaaf:
- Mucaan Waggaa-4 torbanitti guyyaa 3 kunuunsa guyyaa guutaa deemti.
- Tajaajilli kun torbanitti guyyoota 3f (sa’aatii kinder fi sa’aatii kunuunsa dabalataa dabalatee) $360 kaffala.
- Maatiin torbanitti CCS $252 argatu.
- Bara 2026 irraa eegalee tajaajilli kun torban 40 keessatti $2,101 (torbanitti naannoo $52) mana barumsaa daa’immanii bilisaa hojiirra oolcha.
- Maatiin kaffaltii torbanitti $55 ni kaffala erga kaffaltiin CCS fi mana barumsaa daa’immanii bilisaa irraa hir’ifamee booda.
Hubadhu. Kun fakkeenya qofa yoo ta’u baasii haala dhuunfaa maallaqa madaalamaa bilisaa waggaa waggaadhaan kennamu irratti hundaa’uun garaagarumaa qabaata.
Updated 26 March 2026
About the VIC Government
- The Premier and ministers
- Find a Vic Gov department, agency or service
- Strategies and policies
- Inquiries and royal commissions
Grants and programs
Jobs and careers
Arts, culture and heritage
Business and the workplace
- Mentally Healthy Workplaces Framework
- Portable Long Service Authority
- Victoria’s racing industry
- Workforce Inspectorate Victoria
- Liquor licensing, sale and supply
Communities
- Children
- First Peoples - State Relations
- Finding records
- Gender equality & women’s leadership
- LGBTIQA+ equality
- Multicultural communities
- Seniors Online
- Veterans support and commemoration
- Volunteering in Victoria
- Youth Central
Education and training
- Victorian Early Childhood Regulatory Authority
- Early childhood education – information for professionals
- Kinder: Best Start, Best Life
- Education – information for parents
- Schools.Vic - information for schools
- Education grants, programs, awards and events
- PROTECT
- TAFE, training and universities sector
- TAFE Victoria
- Victorian Skills Authority
- Apprenticeships Victoria
- Learn Local
Environment, water and energy
Finance and economy
Health and social support
- Family violence reform
- NDIS Worker Screening Check
- NDIS and disability services and support in Victoria
- Patient Review Panel
- Transforming Trauma Victoria
Housing and property
Law and justice
- Adoption
- Births, deaths and marriages
- Honorary justices
- Machete ban
- Safeguarding Victorians against terrorism
- Stolen Generations Reparations Package
- Victims of Crime
- Victorian Racing Tribunal
Safety and emergencies
- Emergency Recovery Victoria
- Victorian Emergency Relief and Recovery Foundation
- Emergency Recovery Resource Portal
- How well do you know fire
- Fire Services Reform
- Water safety
- Marine Search and Rescue
Science and technology
- Data sharing and open data
- Data.vic - discover and access Vic Gov open data
- Developer.Vic - portal for API developers
- Go.vic URL shortener
- Vic Gov IT project dashboard
- Victoria’s free public wi-fi network
- Cyber security in the Victorian Government
Sport and recreation
Traffic and transport
- Cameras Save Lives
- Transport Fines
- Getting Around
- Transport Planning
- Transport Future
- Climate Change and transport
- Future Directions For Transport
- Transport projects
- Ports and Freight
Working in the Victorian Government
- Single Digital Presence home
- Accommodation and Library Services
- Executive employment in the Victorian public sector
- Budget, procurement and funding
- Careers in the Victorian Government
- Council and Regulator Toolkit
- Guidelines for working in government
- Join a government network
- Standards and guidelines
- VicFleet CarPool
- Victorian Government style guide