Jalqabbii Oolmaa Daa’immani Barii (Early Start Kindergarten) - Afaan Oromoo (Oromo)
On this page
- Akkamitti akka iyyatan
- Yoom akka iyyatan
- Mucaan kiyya Bakka Oolmaa Ijoollee Waggaa-Afurii (Four-Year-Old Kindergarten) deemuu qabaa?
Yoo duubbeen kee dahataa (refugee) ykn koolu galaa (asylume seeker) taate Jalqabbii Oolmaa Daa’immanii Barii (ESK) seerri siif hayyama. ESKn torbanitti mucaa keessaniif sa’aatii sagantaa oolmaa daa’immanii bilisaa hanga guddaa ta’e akka argattan mirkaneessuuf gargaaruu danda’a.
Akkamitti akka iyyatan
ESKn sagantaalee oolmaa daa’immanii barsiisaa gahumsa qabuun kennaman hunda keessatti ni argama. Oolmaa daa’immanii naannoo keessan jiru qunnamuu fi gargaarsa Oolmaa Daa’immanii jalqabbii Ariifataa akka argatan gaafachuudhaan daa’ima keessan galmeessuu dandeessu. Tajaajilli mana barumsaa daa’immanii tajaajila hiikkaa bilisaa argachuun odeeffannoo barreeffamaa afaan keessaniin kennuu ni danda’a.
Gargaarsaaf Toora Gaaffii Oolmaa Ijoollee Waggaa-Sadii kan Damee Barmootaa 1800 338 663 irratti ykn gumii (council) naannoo kee jiru qunnamuu dandeessa. Gargaarsa afaan keetiin argatuuf Tajaajila Afaan Hiikkaa fi Jiijjiirraa Baiyyaalessaa (National Translating and Interpreting Service) 131 450 irratti bilbilii akka nama afaan siif hiiku siif argan fi gumii (council) naannoo kee jiru ykn Damee Barmootaa waliin wal si qunnamsiisan gaafadhuu, namni afaan siif hiikus si waliin bilbila irra tura.
Yoom akka iyyatan
Ijoolleen Eebla (April) 30 dura yoo umriin waggaa 3fa jalqaban tahe Bakka Oolmaa Ijoollee Waggaa-Saditti itti galmeessamuu fi ESK hordofuu danda’u. Yoo akka galmeessitu as ilaali.
Yoo mucaan kee Amajjii (January) 1 fi Eebla (April) 30 gidduu dhalate tahe yoo Bakka Oolmaa Ijoollee kan Waggaa-Sadii yoom akka eegalu filachuu dandeessa. Mucaan kee yeroo waggaa 3 tahu ykn waggaa 4 fa yeroo eegalu Bakka Oolmaa Ijoollee Waggaa-Sadii jalqabuu danda’a. Yoo mucaan kee Bakka Oolmaa Ijoollee kan Waggaa Sadii osoo umriin wagaa 3 keessa jiruu akka jalqabu filatte yeroo umriin isaa waggaa 5fa eegalu mana barmootaa seenuu danda’a. Yoo mucaan kee Bakka Oolmaa Ijoollee kan Waggaa Sadii osoo umriin wagaa 4 keessa jiruu akka jalqabu filatte yeroo umriin isaa waggaa 6 fa eegalu mana barmootaa seenuu danda’a.
Yoo daa’imni keessan yeroo ESK’f ulaagaa guutu herreguuf gargaarsa barbaadde, Kutaa Barnootaa, mana maree naannoo keetii, narsii fayyaa haadholii fi daa’immanii kee, yookaan daa’imman naannoo kee jiru, yokaan dhaabbilee armaan gadii naannoo kee jiran kamiyyuu qunnamuu dandeessa:
- Toora Iyyaafata Oolmaa Daa’immanii Waggaa-Sadii 1800 338 663
- Brotherhood of St Laurence 03 9483 1183
- Foundation House 03 9389 8900
- Fka Children’s Services 03 9428 4471
- VICSEG New Futures 03 9383 2533
Mucaan kiyya Bakka Oolmaa Ijoollee Waggaa-Afurii (Four-Year-Old Kindergarten) deemuu qabaa?
Eyyee, ijoolleen Eegala Jalqabii Duraa Bakka Oolmaa Ijoollee (Early Start Kindergarten) umriin isaanii hayyamuuf Bakka Oolmaa Ijoollee Wagaa Afurii gatii saphlaan seenuu danda’u. Bara 2025 irraa eegalee, manneen barumsaa daa’immanii Waggaa Afurii suuta suutaan Qophii dursaa ta’aa jira. Bara 2026 irraa eegalee torbanitti hanga sa’aatii 25tti qophii dursaaf ijoolleef ni jiraata:
- seenduubee baqataa yookaan koolugalaa irraa kan ta’an
- akka Ganamaatti yookaan warra odola kana dursee qabate
- kan maatiin himata egumsa daa’imaa (child protection) qaban
Victoria keessa eessa illee haa jiraatanii ijoolleen kee waggaa sana dura ESK kan jedhutti galmeessamanii jiru yoo tahe torbanitti sa’aa dabalaa Pre-Prep kennamu argachuu danda’u. Waggaa sana dura maatiin sagantaa ESK jedhutti mucaa isaanii hin galmeessine yoo tahe illee Pre-Prep argachuu ni danda’u.
Updated 26 March 2026
About the VIC Government
- The Premier and ministers
- Find a Vic Gov department, agency or service
- Strategies and policies
- Inquiries and royal commissions
Grants and programs
Jobs and careers
Arts, culture and heritage
Business and the workplace
- Mentally Healthy Workplaces Framework
- Portable Long Service Authority
- Victoria’s racing industry
- Workforce Inspectorate Victoria
- Liquor licensing, sale and supply
Communities
- Children
- First Peoples - State Relations
- Finding records
- Gender equality & women’s leadership
- LGBTIQA+ equality
- Multicultural communities
- Seniors Online
- Veterans support and commemoration
- Volunteering in Victoria
- Youth Central
Education and training
- Victorian Early Childhood Regulatory Authority
- Early childhood education – information for professionals
- Kinder: Best Start, Best Life
- Education – information for parents
- Schools.Vic - information for schools
- Education grants, programs, awards and events
- PROTECT
- TAFE, training and universities sector
- TAFE Victoria
- Victorian Skills Authority
- Apprenticeships Victoria
- Learn Local
Environment, water and energy
Finance and economy
Health and social support
- Family violence reform
- NDIS Worker Screening Check
- NDIS and disability services and support in Victoria
- Patient Review Panel
- Transforming Trauma Victoria
Housing and property
Law and justice
- Adoption
- Births, deaths and marriages
- Honorary justices
- Machete ban
- Safeguarding Victorians against terrorism
- Stolen Generations Reparations Package
- Victims of Crime
- Victorian Racing Tribunal
Safety and emergencies
- Emergency Recovery Victoria
- Victorian Emergency Relief and Recovery Foundation
- Emergency Recovery Resource Portal
- How well do you know fire
- Fire Services Reform
- Water safety
- Marine Search and Rescue
Science and technology
- Data sharing and open data
- Data.vic - discover and access Vic Gov open data
- Developer.Vic - portal for API developers
- Go.vic URL shortener
- Vic Gov IT project dashboard
- Victoria’s free public wi-fi network
- Cyber security in the Victorian Government
Sport and recreation
Traffic and transport
- Cameras Save Lives
- Transport Fines
- Getting Around
- Transport Planning
- Transport Future
- Climate Change and transport
- Future Directions For Transport
- Transport projects
- Ports and Freight
Working in the Victorian Government
- Single Digital Presence home
- Accommodation and Library Services
- Executive employment in the Victorian public sector
- Budget, procurement and funding
- Careers in the Victorian Government
- Council and Regulator Toolkit
- Guidelines for working in government
- Join a government network
- Standards and guidelines
- VicFleet CarPool
- Victorian Government style guide