VCE, VCE Ogummaa Muummee fi Ragaa Barnoota Cehumsaa Viiktooriyaa wal bira qabaa ilaalaa (Compare the options) - Afaan Oromoo (Oromo)
Garaagarummaa fi faayidaa filannoo qo’annaa Waggaa 11 fi 12 tokkoon tokkoon Viktooriyaa keessaa hubadhaa.
Viktooriyaa keessatti Waggaa 11 fi 12 barachuuf karaa 3tu jira
Fuula kana WhatsApp irratti qoodaa
Filannoowwan daandii qo’annoo wal bira qabuu
| VCE | VCE Muummee Ogummaa (VCE VM) | Ragaa Barnoota Cehumsa Viiktooriyaa (Victorian Pathways Certificate) (VPC) |
|---|---|---|
| Filannoo guddaadha yoo… | Filannoo guddaadha yoo… | Gorsa mana barumsaa qofaa fi filannoo guddaadhaan, yoo… |
| daree keessatti barachuu filattu | addunyaa dhugaa fi daree keessatti barachuu filattu | addunyaa dhugaa fi daree keessatti barachuu filattu |
| galma keessaniif ATAR isin barbaachisa | galma keessaniif ATAR isin hin barbaachisu | galma keessaniif ATAR isin hin barbaachisu |
| barumsa akaadaamii irratti ofitti amanamummaa horachuu barbaaddu | barumsa akaadaamii irratti ofitti amanamummaa horachuu barbaaddu | dandeettii qabatamaa irratti ofitti amanamummaa horachuu barbaaddu |
| waggaa 12 booda battalumatti yunivarsiitiif iyyachuu barbaaddu | waggaa 12 booda battalumatti TAFE, leenjii hojii, leenjii ykn hojii yeroo guutuu hordofuu barbaaddu, yookiin leenjii ykn hojii keessa turtanii booda yuunivarsiitiidhaaf iyyachuu barbaaddu | VCE, VET sadarkaa jalqabaa guutuu ykn hojii yeroo guutuu Waggaa 12 booda jalqabuu barbaaddu |
| VCE hojjechuuf qophiidha | VCE hojjechuuf qophiidha | waggaa 11 fi 12 xumuruuf qaxalummaan isin barbaachisa |
| Waa’ee VCE bal’inaan | Waa’ee VCE VM bal’inaan | Waa’ee VPC bal’inaan |
Dhaabbileen baay’een iyyattootaaf sagantaalee galmee filannoo kanneen akka iyyannoo waraqaadhaan dhiyaatanii (folio) ykn af-gaaffii koorsiiwwan (courses) yunivarsiitii filatamoo, ykn koorsii digrii hin taane kan akka barnoota bu’uuraa, koorsii qophii, ykn koorsii ragaa, dippiloomaa, ykn digriidhaan walqabatan ni kennu.
Leenjii barnoota ogummaa (VET)
VETn barumsa industirii addaa dandeettii qabatamaa itti guddifattaniidha. Akka qaama qo’annoo VCE, VCE VM ykn VPC keessaniitti hammatamuu danda’a.

Waa’ee VET mana barumsaa keessatti
Barnoonni fi leenjiin ogummaa (VET) qo’annoo waggaa 11 fi 12 Viiktooriyaa keessatti argaman biroo wajjin akkamitti akka walsimu caalaatti baradhaa.
Waa’ee VET mana barumsaa keessatti
Updated 27 March 2026
About the VIC Government
- The Premier and ministers
- Find a Vic Gov department, agency or service
- Strategies and policies
- Inquiries and royal commissions
Grants and programs
Jobs and careers
Arts, culture and heritage
Business and the workplace
- Mentally Healthy Workplaces Framework
- Portable Long Service Authority
- Victoria’s racing industry
- Workforce Inspectorate Victoria
- Liquor licensing, sale and supply
Communities
- Children
- First Peoples - State Relations
- Finding records
- Gender equality & women’s leadership
- LGBTIQA+ equality
- Multicultural communities
- Seniors Online
- Veterans support and commemoration
- Volunteering in Victoria
- Youth Central
Education and training
- Victorian Early Childhood Regulatory Authority
- Early childhood education – information for professionals
- Kinder: Best Start, Best Life
- Education – information for parents
- Schools.Vic - information for schools
- Education grants, programs, awards and events
- PROTECT
- TAFE, training and universities sector
- TAFE Victoria
- Victorian Skills Authority
- Apprenticeships Victoria
- Learn Local
Environment, water and energy
Finance and economy
Health and social support
- Family violence reform
- NDIS Worker Screening Check
- NDIS and disability services and support in Victoria
- Patient Review Panel
- Transforming Trauma Victoria
Housing and property
Law and justice
- Adoption
- Births, deaths and marriages
- Honorary justices
- Machete ban
- Safeguarding Victorians against terrorism
- Stolen Generations Reparations Package
- Victims of Crime
- Victorian Racing Tribunal
Safety and emergencies
- Emergency Recovery Victoria
- Victorian Emergency Relief and Recovery Foundation
- Emergency Recovery Resource Portal
- How well do you know fire
- Fire Services Reform
- Water safety
- Marine Search and Rescue
Science and technology
- Data sharing and open data
- Data.vic - discover and access Vic Gov open data
- Developer.Vic - portal for API developers
- Go.vic URL shortener
- Vic Gov IT project dashboard
- Victoria’s free public wi-fi network
- Cyber security in the Victorian Government
Sport and recreation
Traffic and transport
- Cameras Save Lives
- Transport Fines
- Getting Around
- Transport Planning
- Transport Future
- Climate Change and transport
- Future Directions For Transport
- Transport projects
- Ports and Freight
Working in the Victorian Government
- Single Digital Presence home
- Accommodation and Library Services
- Executive employment in the Victorian public sector
- Budget, procurement and funding
- Careers in the Victorian Government
- Council and Regulator Toolkit
- Guidelines for working in government
- Join a government network
- Standards and guidelines
- VicFleet CarPool
- Victorian Government style guide