Mini vic.gov.au

This is a low bandwidth version of vic.gov.au. Contents may not be up to date. © Copyright State Government of Victoria

Karaa VPC Biraandoon (Brandon’s VPC pathway) - Afaan Oromoo (Oromo)

Fakkeenya barataa Muummee Ogummaa VCE baratee.

A teenage boy is buzz cutting a man’s hair while his teacher assists him. All three of them wear black shirts.

Biraandoon – kan dabbasaa tolchu

Biraandoon yeroo hunda kalaqa uumuu fi dandeettii harkaan hojjechuu barachuun isa gammachiisa. Yeroo barnoota xumuru, leenjii rifeensa tolchuu jalqabuu barbaade.

Maaliif VPC filate

Biraandoon VPCn pirojektii hawaasaa hojjechuu fi gareedhaan hojjechuu of keessatti akka hammatu hawwe.

Haala fayyaa yeroo dheeraa isaa irraa kan ka’e haala jijjiiramaa isa barbaachisu dhiyeessa. Akkasumas waggaa lamaa ol akka baratu isa dandeessiseera.

Maatii isaa, barsiisotaa fi gorsaa mana barumsichaa waliin haasa’ee, kun barnoota xumuruuf isaatiif karaa gaarii ta’uu isaa baruuf.

Waan inni barate

Waggaa 10ffaatti Biraandoon kan barate:

Waggaa 11ffaatti kan barate:

Waggaa 12ffaatti kan barate:

High school student sanding some wood in class

Waa’ee Ragaa Barnoota Cehumsaa Viiktooriyaa (About the Victorian Pathways Certificate) - Afaan Oromoo (Oromo)

Waa’ee VPC fi garam akka isin geessuu caalaatti baradhaa.

Education & training

Karaa VCE Deshi (Deshi’s VCE pathway) - Afaan Oromoo (Oromo)

Fakkeenya barataa Muummee Ogummaa VCE baratee.

Education & training

Karaa VCE VM Kamala (Kamala’s VCE VM pathway) - Afaan Oromoo (Oromo)

Fakkeenya barataa Muummee Ogummaa VCE baratee.

Education & training

Updated 27 March 2026



About the VIC Government

Grants and programs

Jobs and careers

Arts, culture and heritage

Business and the workplace

Communities

Education and training

Environment, water and energy

Finance and economy

Health and social support

Housing and property

Law and justice

Safety and emergencies

Science and technology

Sport and recreation

Traffic and transport

Working in the Victorian Government